Kutaa 5 — Kitaaba Safuu
Dhaliftuu, “Ati gaarii taate. Galatoomi,” jette.
Aliyyee, “Obboleettiin gargaaruun gaariidha. Yeroo rakkoo keessa jirtu, namni si gargaaru jiraachuu qaba,” jedhe. kitaaba safuu kutaa 5
Dhaliftuu yeroo sana waan Aliyyee ishee gargaare san yaadatte. “Ati yeroo darbe na gargaarte. Amma ani si gargaara,” jette. Dhaliftuu ulee fi waraqaa fiddee miilla Aliyyee fidde. Dhaliftuu, “Ati gaarii taate
Aliyyee, “Galatoomi, obboleettii koo. Ati jaalala kee agarsiifte,” jedhe. “Ati gaarii taate. Galatoomi
Guyyaa ittaanu, Aliyyee fi Dhaliftuu bosona keessa nyaata barbaacha deeman. Akkuma deeman, Aliyyee miilla isaa miidhe. Dhaliftuu, “Obboleessa koo, maal taate?” jette.
Dhaliftuu, “Mataa koo na bowwaa jira. Ani taphaaf ba’uu hin danda’u,” jette.
Guyyaa tokko, Dhaliftuu manatti ciiseerti. Aliyyee, “Dhaliftuu, maal taate?” jedhe.